version: 1.5.7
የመንጃ ፍቃድ ፈተና ማለፍ ከፈለጉ ይህንን መተግበሪያ ይጠቀሙ, Examination in Amharic and Afaan Oromoo.
የመጀመሪያው ባለብዙ አማራጭ የመንጃ ፍቃድ ፈተና መለማመጃ መተግበሪያ በሁለት ቋንቋ አማራጮች እነሱም በአማርኛ እና በአፋን ኦሮሞ በ 10 የተለያዩ ምድቦች ከ 3 ሺህ በላይ ጥያቄዎች እስከ መልሶቻቸው እነሱም ህዝብ -1 ፣ የህዝብ ማመላለሻ ፣ ደረቅ ጭነት ፣ ቴክኒክ ፣ መረጃ ፣ ህግ ፣ ሳይኮሎጂ እና ሌሎችም ትምህርታዊ ጥያቄዎች እና መልሶቻቸውን በዚህ ልዩ የሙያ መስክ ዕውቀትን ለሚፈልጉ ሁሉ በጥንቃቄ የተዘጋጀ::
Applilikeeshinii biyya keenyatti kan jalqabaafi baay`ee faayidaa qabeessa ta`ee, qorumsa konkolaachisummaaf of qopheessuuf nama gargaaru. Qooqa lamaan(Amaariffafi Afaan oromoon) kan qophaa`efii gaaffiif deebii kuma sadii(300) ol kan qabu. Gosa qormaata kudhaniin: kanneen akka Ummata tokko, Geejjiba ummataa, Geejjiba gogaa, Teeknika Seera, Xiinsammuu, Odeeffannoo konkoolaachisuummaafi gaaffiif deebii kan biroo warren ogummaa kanaan beekumsa barbaadaniif haalaan kan qophaa`e dha.
The first multi-option driver's license test application includes bilingual options in Amharic and Afan Oromo with more than 3,000 questions and answers in 10 different categories: Public-1, Public Transportation, Dry Load, Driving Technique, Information as well as Driving Law, Psychology and more Questions and answers carefully prepared for anyone looking for knowledge in this special field.